Abbabaa Abbashuu Koo Yaabarnaa Lyrics

Koo Yaa baranaa baranaa(x2)
Jaalala shee naarra keette
Yoon akkam godhee na-dhiisaa
Maaloo natt-himaa Jaranaa-barana

Koo Yaa baranaa baranaa(x2)
Jaalala shee naarra keette
Yoon akkam godhee na-dhiisaa
Maaloo natt-himaa Jaranaa-barana

yoon aattam godhee
nadhiisa laata?
bulee ka'eetuu
garaa na nyaataa

Waa'ee jaalala
namni beettanii
Anoo gobadhee,
natt hin himtani?

Garaa na nyaataa wan isaan wollaalee
Mucaa bareedduu ijaan ilaale
qalbii koo gateen kophaa koo galee
An sii du'eraa,
An sii du'eeraa koyyaaa magaalle (x2)

Koo Yaa baranaa baranaa(x2)
Jaalala shee naarra keette
Yoon akkam godhee na-dhiisaa
Maaloo natt-himaa Jaranaa-barana [X2]

Yaa daamme shoolee
bareeddu intalaa
Anaa na gubee
dhibeen jaalala
Barbaacha keetan
ooleeto gala
Badii naa koottuu
Bor- manan oola.

Ilkaan shee adii
ijji shee boruu
Otuu ishin argin
gonkumaa'n oolu
Maaloo na gorsaa
worri fira shee
Natt-haammateeraa
Natt hammaateeraa bar jaalalli ishee [X2)

Koo Yaa baranaa baranaa(x2)
Jaalala shee naarra keette
Yoon akkam godhee na-dhiisaa
Maaloo natt-himaa Jaranaa-barana [X2]

Yoon aattam godhee
na dhiisa laataa
bulee ka'eetuu
garaa na nyaataa
Waa'ee jaalaa
namni beettanii
Anoo gubadhee
nattiin himtani

Garaa na nyaataa wan isaan wollaalee
Mucaa bareedduu ijaan ilaale
qalbii koo gateen kophaa koo galee
An sii du'eraa,
An sii du'eeraa koyyaaa magaalle
An sii du'eeraa koyyaaa magaalle
An sii du'eeraa koyyaaa magaalle

Edit: Siraj Fayyiso

See also:

27
27.14
Iris & Uriah Heep Lady in black Lyrics
Track 2 Lyrics